Quantcast
Browsing all 284 articles
Browse latest View live

Gaazexeessitoonni TV Oromiyaa Galata qabu

Ummanni Oromoo hiree karaa sabqunnamtii ammayyaatitti fayyadamee aadaa isaa guddisuuf, seenaa isaa barsiisuufi  falmaa mirgaatiif wal kakaasuuf isa dandeessisu argaachuu qabsoo guddaa godhaa ture;...

View Article


No country for Ethiopian Activists? The growing danger of illegal rendition...

Asylum, Citizenship and western passport seems to no longer protecting Ethiopia’s opposition leaders and human rights advocates from being illegally renditioned by regional and neighboring countries....

View Article


Atooraraa Baranaa.

atoorara warra waaree ka jiru jiruu’n ijibbaatuu kadu’ee mataa maree reeffaafi raafu nameenyaa nyaattutu cabse irree # daddarba garbu urgooftuu gifaara dhibe haftuu haafoftuu si eemaree miidhama nama...

View Article

Moora…Milkii…

Osriis amanatii kuush amantii waq-takkaa argama dhal-namaa hundee Baha Afriikaa gurraachinni dhugaa dhugaan gurracha-haqaa imimmaan dhalootaa turee dhara- hankaaka…. Gumgumaan garaa cabbi leemmoon...

View Article

Image may be NSFW.
Clik here to view.

Warra Iluu…

Moo-anbessaan hiddaa ze’emneged  yuhuudaa nugusa nagast Walloo Warra Iluu fuudhaafi heerumaan moggeef guddifachaan al-kudhanii lolee… warri horteen leelee warri ilaalchi budaa humnaanis quphanee...

View Article


The Ethiopian Regime’s Involvement in the Garissa Killings

The killing of a Somali businessman in a busy marketplace in Garissa, Kenya this past week was the latest outbreak of violence in Kenya’s increasingly volatile county. The shooting of shopkeeper...

View Article

Maqaa Masoo

Ta jibban duraanuu madhaa maatii dhaaltii arat kiiloo miti tee Tulluu Daalattii sadist kiiloo miti Caffeen Tumaa keeti Oromoon habashaa Oromiyaan xoophiyaa jennaan jenne malee adurreen adalaa hiddi...

View Article

Two Tales, or One?: On Ethiopia’s Federalism and Apartheid

View Article


Hamma-Re’ee-Sa’aa

Shanoonis  “qimbibit” Ejeree “addis alem” Haxaayee “efetseyon” Collee “debresina” Qaree gohaa “gowatsiyon” Ifaanis  “yifaati” Angoo lolaan dhabne “angowalel” furrifnee gumaa sa’aa  namaa irbuu seenaa...

View Article


Hirmaata Dubbii

Bara afaan kan kee arrabaafi hidhii xuuxuu bira’n darbin dubbataa arraataa dubbachiiftuu aasxaa dabareen dhalootaa bira gahee’n argin hirmaata dubbiitin laafaafi jabaa kee jabeessi laafaa kee tumsi...

View Article

Counterterrorism Policy in the Horn of Africa: A Sprint or a Marathon?

Badr Magazine 23 (Aug. 2014) በድር መጽሔት፤ (ነሐሴ 2006) Abadir M. Ibrahim* In his Accra speech and, to some extent, in his Cairo speech, President Barack Obama put forward a message that African activists...

View Article

Haalluu Barattootaa

Nuti kobbee qabnaa jira “warraaqaanu” tolchaa saba keenyaa kan ittiin katabnu isin “irsaas” qabduu “qaataa”nuu-qaqqabaa kan ittiin leenjinu matadureen dhiibbaa!!!!! “face book”i “email”i bilbilaan...

View Article

Ulee Maxxaarrii

gosa muka ibiddaa balbalti sagalii kudhan manni jirmaa kan Ulee Maxxaarrii boba’aan kobootaa bar-badaan dibamaa* muudi qaallu eebbaa maxxaarri qabaataa muknii qoraan bobbaa maaxariif hiixataa waddeessa...

View Article


Na hanqadhu

Ijaarsi man-tokkoo takkarraa jalqabaa sunsumaan sadi’ii walitti utubaa abbaa haadhaa ilmatti baayyateera dhiibbaan…? sunsumaan boroodhaa bakkaan buqqisanii lama addaan cabaa tokkooni ciminni waayyuu...

View Article

Bitimaa

Waloon: Lanjoo Galchuu Ida’aa mogaati ilma duraa sirnisaa gubbisa moggee ilma garaa sirnisaa guddisa ka gubbìsaa goobee maqa baasaa qabaa ka guddisaa eegee maqaan qabu ambaa ilmaan kormaa adullaa...

View Article


Ayyaana Fardaa

Waloon: Lanjoo Galchuu Ida’aa dhaha keenyarratti ayyaana mee dhahaa shanan urjii boodaa kudhaniifi tokkoon korbeessa hariyyaa tokkicha gorra’aa bona booqe warraa bittinsaati “luqaas” kudha torbaan...

View Article

Image may be NSFW.
Clik here to view.

Seenaa Gabaabaa Aadde Faaxumaa Galmoo (Haadha Abdii) 1930-2014

 Qabsoo ummanni Oromoo gabrummaa jalaa bahuuf godhaa jiru keessatti injifannoon hamma yoonaa galmaawan heddu. Injifannoolee tana galmeeysuuf, biyya keessa qofa odoo hin taane, biyyoota alaa keessattiis...

View Article


Ethnic Composition of Employees of the Ethiopian Federal Government

This chart, sent to us by well placed source, shows ethnic composition of employees of Ethiopia’s  federal government. The data shows huge disparity when compared to ethnic composition of the country,...

View Article

Ija Tarsiimoo

Gaazexessaa Misoomaawaa(GM)fi Leenjii Leenjifamtoota(LL) GM:mee maqaa keessan? LL: maqaan dur nubadee ammaaf feetan harree, farda, gaangee, yooki sangaa nuun jettanis komii hinqabnu? GM:maalirraa...

View Article

Leaked: Bank Loan Record of Land Grabbers in Gambella

The following  document contains names of individuals and companies who borrowed money from a branch of Development Bank of Ethiopia located in Western Ethiopia  for the purpose of investment on farm...

View Article
Browsing all 284 articles
Browse latest View live