Abbabaha?????
Waloon: Lanjoo Galchu Ida’aa Dhalli maqaa qabaa dhalooti kun lubaa lub-abbooti gadaa gidduu dibaan dibaa Abbaa dheedaa margaa Abbaa duulaa dabaa Abbaa eelaa fardaa Abbaa guyyaa eebbaa Wayita ofiin...
View ArticleLaalataa Adurree
Waloon: Lanjoo Galchuu Ida’aa Yaa’ii tuuta hantuutaa kaameeraatuu argee bashoon keessaa alaan cinaa gara golaan hordofaatii jiraa koonfiransii eegee… duubaa duraan taa’ee mareen taasifamee miseensi...
View ArticleSurviving criticism in the public sphere
Jawar Mohammed Those of us who air our socio-political views on open public forums often attract responses of all kinds, ranging from praise and constructive feedback to outright defamation, threat and...
View ArticleShanacha Rummichaa
Waloon: Lanjoo Galchuu Ida’aa tumaa seer-gudeelchaa seerrisaa haccuuccaa heeraa seera’n qabuu shanachi rummichaa tokko shanee qubaa qeensa warra muchaa?? raafuun gannaa lafee ganni kan kee lufee...
View Article“Jaarsa Mudhii Kute…”
Akkas jedhe Abdiin Qal’aan ilmi Fiixxee Gaaffii itti roobsee Jaarsa mudhii kute ! Isin waytii darbee Filannoo mootani Umatatu nu filee Jechaatiin turtanii Erga akkas taate Dubbiin bara sanaa...
View Articleግልገል ነፍጠኞችን ምንድነው የሚያንጫጫቸው?
ሰሞኑን አንድ አንድ የ OMN ጋዜጠኞች ከ አብዱላ ገመዳ ጋር ቁጭ ብለው የሚያሳይ ፎቶ በ ኢንተርኔት ከተሰራጨ በኋላ ትንሽ ቀዝቀዝ ብሎ የነበረው የግልገል ነፍጠኞፍ በሽታ ማለትም ኦሮሞፎቢያ እያገረሸባቸው ይመስላል። ጋዜጥኞቹ በምን ሁኔታ ከ ባለስልጣኑ ጋር እንደተጋናኙ በስፋት ገልጸዋል። ስብሰባውን እና የሚጠበቀውን...
View ArticleUtubne Si dhaabna..!
Hanga’ii mul’adhu Akka biiftuu barii Dhugaa saba keetii Addunyaadhan gahii Quuqaan lammiin qabu Si’iin ifa bahee Diinni kana argee Si jaamsuuf dhama’e Hirpha jabaa qabdaa Eenyuu si hin danda’uu Hirriba...
View ArticleAbay Tsehaye’s Bravado Exposes the TPLF Master Plan
Abay Tsehaye’s threat, its tone and spirit, is very revealing of TPLF’s contempt and disrespect for Oromos, even those who are serving them as puppets. What is the story behind such outburst? After...
View ArticleBiyya tuffatan harreen garmaaman
“Waan feetaanis fiddan Masteer Pilaanin Finfinnee hojirra ni oola. Warra nu dura dhaabbate abbaa feetes taatu ‘likkii’ galchina. Qondaalonni Oromoo godiina naannawa Finfinnee yakkamtoota. Qonddaalonni...
View ArticleAbay Tsehaye: The ugly face of Tigrean Chauvinism
Few months ago, in an interview with journalist Befekadu Moroda of Oromia Media Network (OMN), I asserted that TPLF and the Tigrean ruling class have transformed into Neftegna. Abay Tsehaye’s recent...
View ArticleDu’atu Siif Gahe..!
Akka waan kaleessa Kophaa isii qabsooftee Irree isii qofaan, Abbaa biyyaa taatee Lafa nutti dhiittii? Tuni sariin gad yaatee! Galtuu abbaa garaa Fayidaadhan sobdee Qabsa’oota keenya Mooratti ol-rartee...
View ArticleQuuftee Of-wallaalte..!
Gaaditee hin elmattuu Tola siif dhaabbataa Sodaa takka malee Elmattee ol-kaataa Harmeen haati loonii Manni isii gu’ee Tokkichattii hin baatuu Qe’een itti bonee Saawwaan harkaa qabdu Cufti baakkuu...
View ArticleOPDOn Tigraay keessatti Bixxilamuu Yaadachiisuun kun Qaama Dhaadannoo ‘LIKK...
Boruu Barraaqaa OPDOn gaafa bixxilamtee qabee seenaan isiin himataa baate ‘Kaaba Shawaa aanaa Darraa keessatti jaaramne’ kan jedhu ture. Haa tahu malee qondaalonni hangafni dhaaba bixxillee kanaa kan...
View ArticleTPLF to PDO’s: “Don’t dare forget your roots’’
For the last 24 years, OPDO has been telling the public that they were founded in 1991 in Oromia, at locality known as Harbu Maskelle, Darraa district of North Shawa province (Zone). In an interesting...
View ArticleLafa Ittin Deebine…
Lafa ittin deebine daangaa’n himatanii darratti biqilee? adeetiin magaree? hundee kee dhaloonni? akkamiin darratti barnoonni sarbamee Adeetiif kennamee salaale lammiimmii????? @ ofii maalinnii? inni...
View ArticleRiquu- Riqaa
Riquu- Riqaa adurreen kajeellaa adalli adamoo aadaa ree jiraattaa @akka huummoo adamoo kan bahee adamse kee qomoo filannoon@ qabduu adamsiisuu silas akkaa amala keetii adamsiisi Oromoo!!!!! mukni...
View ArticleWaanbaraa Wal’aansaa
Waanbaraa Wal’aansaa alaa galuun- malaan ala jiraaf- marruu… leencan loluun- hamaaf “ani-leencaa!” firruu????? ala buluu mannaa .,.? migiraan maagaraa wiixaan kabaa kabaa goodoo ofii jaaruu# ennaa...
View ArticleGubaa Bitootessaa
gubaan birraa barii bariin birraa keessaa… gubaan bitooteessaa mallattoon kanniisaa dibaa malee “Mallee” qaanqee ji’a caamsaa adaa dhagaa adeet? edada arfaasaa? cidiinsaa kudhaniin kibriinni torbaniin...
View Articleየቅማንት ህዝብ ትግል በኦሮሞና በሌሎችም ነጻነት ናፋቂ ህዝቦች ሊደገፍ ይገባል
ቦሩ በራቃ የቅማንት ህዝብ በኢትዮጵያ ኢምፓየር ውስጥ ታሪካዊና ጥንታዊ ህዝብ ነው። ይህ በጎንደር ውስጥ የሚገኝ ህዝብ ከኩሽ ነገድ የሚመደብ ሲሆን ከታላቁ የኣገው ህዝብ ጋር ጥብቅ የሆነ የደም፣ የቁዋንቁዋ፣ የባህልና ባጠቃላይ ጠንካራ የማንነት ትስስር ያለው ህዝብ ነው። ቅማንቶች ጥንት ከኣገው ህዝብ ጋር ብሄራዊ...
View ArticleAfaan ofii barachuuf ummata 40,000 keessaa 4 dhabamuun Calaqqisa haala...
(Boruu barraaqaa) Mata duree kana yeroo dubbisu Oromoon ofitti hin hin gaddine yoo jiraate inni rakkoo akkamii akka qabu mooji. Gariin namoota keenyaa, lakkii wanti kun gurra guddisa malee dhugaa miti...
View Article