Quantcast
Channel: The Gulele Post
Viewing all articles
Browse latest Browse all 284

Abbabaha?????

$
0
0

dunuunfi

Waloon: Lanjoo Galchu Ida’aa

Dhalli maqaa qabaa
dhalooti kun lubaa
lub-abbooti gadaa
gidduu dibaan dibaa
Abbaa dheedaa margaa
Abbaa duulaa dabaa
Abbaa eelaa fardaa
Abbaa guyyaa eebbaa
Wayita ofiin jedhan
“Biyyi-naa Sabakoo”
Abbabaha~gogeessa
goota mana kaabaa
alaa dhufaa dhiiba
Abbaa ardaa jilbaa!!??

Obboleessa abbaa
angafi abbeeraa
Abbaan lallabatus
keessumman sibiilaa
Abbaa diqqaa ilmaa
ilmee goshoo garaa
Abbaa guddaa sabaa
“Biyyi-naa Sabakoo”
Abbaa mana maraa
Abbaan oyruu loonii
Abbaan seeraa golaa#
“Biyyi-naa Sabakoo”
abboomaanis AaBbOo
Abbaan marqoos boolla!!!!!!
******************************


Viewing all articles
Browse latest Browse all 284

Trending Articles



<script src="https://jsc.adskeeper.com/r/s/rssing.com.1596347.js" async> </script>