Suuta Siqaa…!!
Kan Walaleesse: Eebba Coqorsaa Bubbeen dhootuun booree…. Boolee lafa faayaa hafarsituun joollee joollee jarreen-bayaa bubbistus callistus foddaan dhugaan baduu balbalti haq-waaqaa galata maaf dhabdee...
View ArticleRumicha…
Walaleessaan: Eebba Coqorsaa Kaachoon mirgaan tolaa dorgommiin fiigichaa bitaadhaan dhiibamaa dibaabarraa mulqee argaawiin rumichaa! Fiiganii arreeduu akka dirree biyyaa fiiganii dhaqqabuu daraboo...
View ArticleSeer-Gumii
Kan Walaleesse: Eebba Coqorsaa Seerri kee hundaa olii duudhaa kee eeggadhu seer-jalatti bulii! Namni seeraa gadii seerriis gubbaan gumii irreen sin ukkaamsin humni sin buruuksin gubbaan gugadhuutii...
View ArticleQaaloo lafa gumaa
Hidhaa fi ajeesamuunn Rooroo fi gidirfamuun Saamamuu fi baqachuun Alagaan tufatamuun Kaayoo keenya irraa Duubatti nuu hin deebisuu Haamilee nuu cabsee Mogoolees nuu laafisu Mirga keenyaaf jeecha Hin...
View ArticleKeessa garaatti boonye!
Imimmaanin cobse ilmoo dhiiraa cabeef yaadaanan godaane lubbuu qaalii darbeef Meeqan maqaa dhaha kanan boo’ee iyyeef Dhiigakoo lammiikoo kennaa godhee biyyeef Maaliifan hin boo’u gamtokkeekoo citeef...
View ArticleUlmaa…
Ayyaana ji’a muddee muddee baati hagayyaa manqallaa gurrasaa sadiin quba naqnee bita mirgaan qabnee gulantaa dur turre deeffatuu barbaanne! Gulantaa jireenyaa kan cinaan okkoteen mijuu warra keenyaa...
View ArticleToo crowded to train: The dire state of medical schools in Ethiopia.
By M.H. Idriss, M.D. On a bright monday morning, I was breezing through my routine lecture for a group of medical students spending a few weeks of clinical training in the hospital I work in. As I...
View Articleዓሊ ቢራ፣ የሸዋሉል መንግሥቱ እና “ዮቢ ሐደሶ ሊባነታ”
ጸሓፊ፡ አፈንዲ ሙተቂ ——- ዛሬ ስለምን የማወጋችሁ ይመስላችኋል? ስለ“ፈስ” ነው የምንጨዋወተው፡፡ አዎን ስለ “ፈስ” ነው! ስለርሱ መጻፍ አይቻልም እንዴ? ስለርሱ ብንወያይ ነውረኛ እንሆናለን? የፈለጋችሁን በሉኝ! የጀመርኩትን ሳልጨርስ አላቆመም፡፡ ደግነቱ ስለሚገማ “ፈስ” አይደለም የማወጋችሁ (ስለዚህ...
View ArticleYoom laata…..?
Yoom laata……? Sabni koo gurmaa`ee tokkummaa jabeessu Rorroo bara dhibbaa of irraa deebisu Yoom laata….? Guyyaan tokkummaan laafe deebi`e jabaatu Gaaffiin bara dheeraa deebii itti argatu Yoom laata……?...
View ArticleBaraafii furguggee
Baraafii furguggee, gad jedhanii jalabahuu Mammaksa jedhamu gaafuman dhagahuu Battala yaadadhee rakkoo bara hongee Akkam nama godhu rukuttaan forguggee Mala gaarii kanatti fayyadamuu qabee Gugguufeen...
View ArticleBotching a transition to democracy: The Egyptian way
By Jawar Mohammed The Arab Spring that brought hope and jubilation to the Egyptian people two years ago has been replaced by a nightmarish and bloody summer, now posing an existential threat to the...
View Article“ዓሊ ሸቦ” እና “ፍለጋው”
ጸሓፊ፡- አፈንዲ ሙተቂ ———- ባልሳሳት ዘመኑ እንደ ኢትዮጵያ አቆጣጠር 1978 ይመስለኛል፡፡ በዚሁ ዓመት ነበር አንድ አንጋፋ አርቲስት አስደናቂ ዜማውን የለቀቀው፡፡ ይህ ሰው ፍቅረኛው ስለጠፋችበት በዘፈኑ እየተመራ በእግር በፈረስ ይፈልጋት ጀመር፡፡ በቆላውና በደጋው ሁሉ ሲንከራተትላት ከረመ፡፡ በመጨረሻም አጥቷት...
View ArticleJaldeessaafii Saree
Jaldo jalli saree sareen gubbaan jaldoo waliin tattaphatuu lafa’ra taphatan hinbeekkanne iddoo!! Lafa magariisaa kan gubbaa taphatan horoo horteen isaa bakka irraanfatan qomoo isa baqatee gammoojjii...
View ArticleNAMORATUNGA
Akka dhakaa lafee akka namoratunga yoomuu cululuqii akka haroo Turkaan Liinchiis sin daaww’atin Roobiins sin lollaasin aduun sin goggoysin torban Urjii Booran kuush bahaa sin dhoorkin ji’a 12 f guyyaa...
View ArticleThe Untold Story of “Raggaatuu”- The Famous OLA Commander
Originally written by: Afendi Muteki Translated by : Hambisaa Soolee In the history of OLA (Oromo Liberation Army), Juukii Barentoo is the most revered female martyr. Her martyrdom was so different...
View ArticleChaltu as Helen and Oromophobia
By Laalo Guduruu Two remarkable Oromo episodes dominated the Ethiopian diaspora blogosphere and social media over the last few months: The episode of Jawar Mohammed and the Tesfaye Gebreab phenomenon....
View ArticleMy Essay is upon Oromoland
By Gutama Tarafo ( Delivered to the Lovedale Literary Society, October 1897) Mr Chairman and Members, In Oromoland many things are different from South African things. The people are different, and...
View ArticleSaddiiqaa Joollummaa
Tartiiba joollummaa bifaa gitaan uumaa afaan faajjii jalaan ka ittiin-dubbatamaa qixaaf qixxe ollaan qinxaabon qoodamaa mirgaaf bitaan eelaan sagaleen gungumaa saddiiqaan jaalalaa… Takkaan qubee qubaa…...
View Article“Makarov”-faf-dhiiraa..
Kan faca’ee marguu rooba ruudaatiifi aduu ruudaa ta’uun qilleensi jiraachuun ruudaa bishaan gubbaaf dachee bishaan jalaan gidduu kanaan ba’uun seenaan sitti himamee akka bishaan gubbaa manyeen isaa...
View ArticleThe Strange Twist in Amhara Politics: Rehabilitating Past Tyrants
The latest fanfare surrounding the celebration of Menelik’s centennial marks an interesting strategic shift in Amhara politics. This memorialization function which, both by design and default, turns...
View Article