Quantcast
Channel: The Gulele Post
Viewing all articles
Browse latest Browse all 284

Qophii “Cedar Riverside” Carraa Hojii Argamsiisuu fi Tajaajjilaa Leenjjii Bitootessaa 31, 2015 

$
0
0
CedarBulchiisa Magaalaa “Minneapolis” fi “Hennepin County” Qophaa’ee irraatti namoon 300 oli ta’aan akka irraatti argamani hubatamee jiraa 
Kibxataa Bitootesaa 31, 2015 sa’atii  10 WD-3WB qophiin deemsiifamee kun  Carraa Hojii naannoo kana jiruLeenjii garaa garaa tolaan (bilaashaankaraa bulchiisaa Magaalaa Minneapolis, CountiileeStataa  Minnesootaa fii qaamotii biroon kanneen ni jiraa jedhaamee yaadamee guraa uumataan ga’uuf akka ta’ee hubachuun danda’aamee jiraa Ganam saattii 10n yeroo ulaan saaqamee irraa eegalee namooni 150 ol taa’aan  qophii eenymaa isaani fi muuxannoo hojii isaani ibsuu (resume) karaa danddii interneetaa (internet) hirmaatooni akka qooda  fudhatani hubatame.    
Jaarmiyaalee hojii ni qabuu jedhaman bakka kanaatti argaman keesaa: Hyatt Regency; Seward co-op; Bulchiisa Magalaa Minneapolis Dhimma hojetaa qacaruu (HR)’ kkf keesatti aragamuAkkasumasii jarmiyaaleen Leenjjii ogumaa adaaddaaf nama qopheesuu jedhaman kessa kanneen akka MCTC, PPL, HHH Job Corp jedhaman yeroo dhihoo keesatti leenjjii garaa garaa akka qabatanii namootaa bakka kanatti argamaniif ibsaani jiruuLeenjilee hojii nama argamsiisuu mala jedhame keesaasi kanneen akka Bankii (Bank), Tajaajjilaa Maamiltootaa (customer service), “Medical Office support”, Nursing, IT akka ta’ee hubatamee jiraWalumaa galatti caraan hojii yeroo amma kana banaadhaa jedhamn 1,000 fi akkasumas leemjiin tolaa (bilaashaa) 22 oli ta’aan akka jiraa ibsamee jiraa.  
 
Akkuma duraan ibsamee qopjiin kuni kani inni utubamee bulchiisaa Magaalaa Minneapolis fi 
Hennepin County akka ta’ee hubachiisaa caraan akkasii kuni amma illee gara dhuma bara kanaatti  deemuuf akka jiraatuu isini hubaachiisna 
Qophii kana fakaataanii fi  tajaajilaa biroo harkachuu yoo feetani Minneapolis Workforce Center 
dhaquuni itti dhima bahaa isniin jennaTeessoon isaaniis 777 E. lake St. Minneapolis fi 1200 Plymooth Ave. N  Minneapolis akka  t’ee ubadhaa.  Qaamni kuni tajaajjilaa Hojii ykn dalagaa barbaadachuu fi tajaajilaa ka biroo illee akka qabani isini hubachiifnaa. 
 

Viewing all articles
Browse latest Browse all 284

Trending Articles



<script src="https://jsc.adskeeper.com/r/s/rssing.com.1596347.js" async> </script>