Quantcast
Channel: The Gulele Post
Viewing all articles
Browse latest Browse all 284

!!!!! Emergency *****

$
0
0

In an acute care of nation
No offend and defend
Every corner of generation
Standbys and Show up
Devotion!!!!!
For owns father land
Freedom of Biyya Abbaa
to get rid of ambaa
as an emergency room
as casualty department
of Oromoo’s
“hirphaa dabaree”
and “qurcaa qadhaabaa”
Moreover “buusaa gonofaa”
“dhoofsisaa”dhaabaa…!!!!!!
inni tokko biyya bulchu
inni kaan diina horfaa…
wal-dura dhaabbatuun
duubatti nu oofaa…!
hiddi odaa gamaa
hidda odaa kanaa
qaroodha dhallii ammaa
walirratti hadoocha
wali’n doomsu fafa!!!!!

Oromoo and Oromia
need life threatening
and require immediate
Attention to “gabroomfataa”??
Free nation!
Off illness and injures…
Warning to u colony “tuutaa”
“tan qaban qaba’n geenye”
jechaan mammaaki qaataa
amma jiillee   jirraa
hintuffanuu hantuutaa…
“bakka’n galletti’n lolanii”
dhallii diin-hilee suutaa
“obsaan aannan goromsaa”
jedhulleen ijibbaataa…
gahee ciniinsun hiixataa!!…

Oromia is surrendered
at the hands of “nafxanyaa”
nyaaphi waliin caaluu
diinni diinaa!!
dagandaan lameenuu
kokoflaa  nu’elmaa
Stand up 24 hours
Operate Oromummaa!!!!!
——————————–
Walaleessaan Eebba Coqorsaa


Viewing all articles
Browse latest Browse all 284

Trending Articles



<script src="https://jsc.adskeeper.com/r/s/rssing.com.1596347.js" async> </script>